Qophii Shaakala Dabalataa kana hordofuun jechoota waliin dubbatnaa gara garaa shaakaltu. #112 ijoollee hojiin qabu/boqonnaa mana barumsaa dandamachuu kan jedhu kun yeroo manni barumsaa cufamu maatiin ...
Ganna hedduun dura dubartiin lammii Afriikaa Kibbaa Saandiraa Sheel, Mana Kitaabaa Koorii jedhamu keessa kaataaloogii/baafata wabii irratti jecha 'Ijoollee Oromoo' jedhu ilaalte. Odeeffannoo jiranis ...
Guyyaa Eebbaa addatti ijoollee Oromoof tolchuun maatii fi ijoollee walitti dhiheessa Ijoolleen warreen isaa dura jiran irraa muuxannoo argatu Eebba(graduation day) irratti beektotni hasawa taasisan ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results